News

Mesii fi Roonaaldoon hanga umuriin isaanii waggaa 18 guututti biyya isaaniif hin taphanne ture. Galchiis hin lakkoofsifne.
US qabeenya uumamaa Yukireen maddeen anniisaa fi albuudota hedduu ta'an olaantummaan dhuunfattee misoomsuuf Yukireen waliin ...